Miiljalee
c IBSA FAKKII: Aasaa Mootichi akkoon isaa waaqeffannaa sobaa waan babalʼistuuf iddoo ulfinaa mootummaa isaa keessatti qabdu irraa ishii ariʼe. Deggertoonni Aasaa amanamoo taʼan qajeelfama isaa hordofuudhaan waaqolii tolfamoo balleessaniiru.