Miiljalee
a Kiristiyaanonni ijoolleen isaanii yommuu guddatan gammadoo akka taʼanii fi Yihowaa akka tajaajilan barbaadu. Warri ijoolleen isaanii galma kana irra akka gaʼan gargaaruuf filannoo akkamii gochuu qabu? Kiristiyaanonni dargaggoota taʼan jireenya milkaaʼina dhugaa qabu jiraachuuf filannoo akkamii gochuu qabu? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.