Miiljalee
a Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu yommuu geggeessinu namoonni akka Yihowaan isaan irraa barbaadutti akka yaadan, akka isaanitti dhagaʼamuu fi waa akka raawwatan isaan gargaaruuf mirga arganneerra. Mata dureen kun ogummaa barsiisuu keenya fooyyessuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe balʼinaan ibsa.