Miiljalee
a Yesuus duuka buutonni isaa barattoota akka godhanii fi wantoota inni isaan ajaje hunda eeguu warra kaan akka barsiisan qajeelfama isaaniif kenneera. Mata dureen kun qajeelfama Yesuus akkamitti hordofuu akka dandeenyu ibsa.