Miiljalee
c IBSA FAKKII: Obboleettiin qoʼannaa Kitaaba Qulqullu geggeesaa jirtu, qoʼattuun ishii jaalala Waaqayyoof qabdu guddifachuuf tarkaanfii fudhachuu qabdu ibsaafii jirti. Booda barattuun kun yaada qoʼachiistuu ishii irraa argatte sadii hojii irra oolchiti.