Miiljalee
a Mata dureen kun karaawwan Yihowaan haalawwan rakkisoo akka dandamatu Phaawulos ergamaa itti gargaare sadii ibsa. Akkaataa Yihowaan kanaan dura Gargaaraa taʼuu isaa itti argisiise qoruun keenya, yeroo harʼaa yommuu rakkoowwan nu mudatanitti Yihowaan akka nu gargaaru amanannaa qabnu nuu cimsa.