Miiljalee
a Yoseef, Naaʼomii, Ruut, Lewwiin tokkoo fi Pheexiros ergamaan wantoonni abdii nama kutachiisan isaan mudataniiru. Mata duree kana keessatti Yihowaan akkamitti akka isaan jajjabeesse ilaalla. Kana malees, fakkeenya isaanii fi akkaataa Waaqayyo gara laafina isaanitti argisiise irraa maal akka barannu ilaalla.