Miiljalee
d IBSA FAKKII: Obboleettiin tokko yeroodhaaf abdii kan kutatte taʼus, tajaajila kanaan dura raawwatte irratti xiinxalti, akkasumas Yihowaatti kadhannaa dhiheessiti. Yihowaan wanta ishiin duraan raawwattee fi amma raawwachaa jirtu akka yaadatu mirkanaaʼaa taateetti.