LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Bitootessa 27, 2021, Dhugaa Baatota Yihowaatiif guyyaa addaati. Galgala sana Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristoos kabajna. Ayyaana kana irratti kan argaman baayʼeen isaanii namoota Yesuus tuuta, “hoolota kan biroo” jedhee waame keessaa taʼani dha. Dhugaa Baatonni Yihowaa bara 1935⁠tti waaʼee garee kanaa dhugaa dinqisiisaa akkamii hubatan? Hoolonni kan biroon rakkina guddaa booda abdii dinqisiisaa akkamiitu isaan eeggata? Hoolonni kan biroon Ayyaana Yaadannoo irratti yommuu argaman Waaqayyoo fi Kiristoosiin kan jajatan akkamitti?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi