Miiljalee
b IBSA JECHAA: Hoolonni kan biroon warra guyyoota dhumaatti sassaabamaa jiranis ni dabalatu. Isaan Kiristoos duukaa buʼu, akkasumas abdii bara baraaf lafa irra jiraachuu qabu. Tuutni uummataa guddaan, miseensota hoolota kan biroo yeroo rakkina guddaa yommuu Kiristoos namootatti murteessutti lubbuudhaan jiranii fi rakkina guddaa irraa oolani dha.