Miiljalee
a Yohaannis ergamaan ‘barataa Yesuus jaallatu’ akka taʼe amanama. (Yoh. 21:7) Kanaafuu, yeroo dargaggeessa turetti iyyuu amalawwan gaggaarii hedduu kan qabu taʼuu qaba. Waggoota hedduu booda Yihowaan waaʼee jaalalaa wantoota hedduu akka barreessu itti fayyadameera. Mata dureen kun wantoota inni barreesse muraasa irratti xiyyeeffata, akkasumas fakkeenya isaa irraa maal akka barannu ibsa.