Miiljalee
b IBSA FAKKII: Mataan maatii hojiin itti baayʼatu tokko hojii gargaarsa yeroo balaa irratti hirmaata, buusiidhaan hojii addunyaa maraa deggera, akkasumas warri kaan isaa fi haadha manaa isaa akkasumas ijoollee isaa wajjin waaqeffannaa maatii akka godhan afeera.