Miiljalee
a Yesuus barattoonni isaa jaalala waliif qabaniin adda baafamanii akka beekaman dubbateera. Hundi keenya jaalala kana argisiisuuf carraaqqii goona. Akkuma miseensota maatii keenyaa walitti dhihaannu jaallannutti, obboloota keenya jaallachuu barachuu qabna. Mata dureen kun namoota amantiidhaan nutti firoomaniif jaalala cimaa horachuu fi eegnee itti fufuuf nu gargaara.