Miiljalee
a Yeroo ammaa Taayiwaanitti afaan hojii Afaan Chaayinaa taʼus, waggoota hedduudhaaf Afaan Jaappaan afaan hojii taʼee ture. Kanaafuu Afaan Jaappaan amma iyyuu gosoota Taayiwaanitti argaman gidduutti afaan ittiin walii galan taʼee tajaajila.