Miiljalee
a Dhiirri tokko yommuu fuudhu mataa maatii taʼa. Mata duree kana keessatti matummaan maal akka taʼe, Yihowaan maaliif akka hundeessee fi dhiironni fakkeenya Yihowaa fi Yesuus irraa maal akka baratan ilaalla. Mata duree itti aanu irratti immoo abbaan manaa fi haati manaa fakkeenya Yesuusii fi fakkeenyota kan biroo Kitaaba Qulqulluu keessa jiran irraa maal barachuu akka dandaʼan ilaalla. Mata dureen inni dhumaa immoo waaʼee matummaa gumii keessa jiruu ibsa.