Miiljalee
a Yihowaan dubartiin heerumte abbaa manaa ishii akka kabajju qophii godheera. Kana jechuun maal jechuu dha? Abbootiin manaa fi haadhotiin manaa Kiristiyaanota taʼan, fakkeenya Yesuus kaaʼee fi seenaa dubartoota Kitaaba Qulqulluu keessatti galmeeffaman irraa waaʼee bitamuu waan hedduu barachuu dandaʼu.