Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun Yihowaan akka nu cimsuu fi miidhaa hafuuraa qofa utuu hin taʼin, miidhaa itti fufiinsa qabu kam irraa iyyuu nu eeguuf waadaa akka nuuf gale ibsa. Mata duree kana keessatti gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii arganna: Eegumsi kan nu barbaachisu maaliifi? Yihowaan kan nu eegu akkamitti? Gargaarsa Yihowaa argachuuf maal gochuu qabna?