Miiljalee
a Muraasni keenya yeroo ammaatti qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu geggeessaa hin jirru. Haa taʼu malee, hundi keenya namni tokko guddina godhee akka cuuphamu gargaaruu ni dandeenya. Mata duree kana keessatti tokkoon tokkoon keenya barataan tokko galma kana irra akka gaʼu gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.