Miiljalee
a Mata duree kana keessatti jaalalli Yihowaaf, obboloota keenyaa fi diinota keenyaaf qabnu, jibba addunyaa dandamachuuf akkamitti akka nu gargaaru ilaalla. Dabalataanis Yesuus yommuu jibbamnu gammadoo taʼuu akka dandeenyu kan dubbate maaliif akka taʼe ilaalla.