Miiljalee
a Obboloonni dargaggoota taʼan Yihowaa wajjin michummaa cimaa yommuu qabaatan, caalaatti isa tajaajiluu barbaadu. Taʼus, tajaajiltoota gumii taʼanii muudamuuf, kabaja obboloota gumii isaanii argachuu fi akka argatanitti itti fufuun isaan barbaachisa. Maarree dargaggoonni kabaja kana argachuuf maal gochuu qabu?