Miiljalee
b Yesuus yeroo tajaajilaa turetti yeroo tokko tokko yaadawwan ykn gaaffiiwwan miira isaa hin ibsine kaasa ture. Kana kan godhes, duuka buutonni isaa yaada isaanii akka ibsan carraa isaaniif kennuuf jedhee ti.—Mar. 7:24-27; Yoh. 6:1-5; Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa 15, 2010, ful. 4-5 ilaali.