Miiljalee
a Obboloonnii fi obboleettonni keenya tokko tokko Yihowaan yoom iyyuu akka isaan jaallatu amanuun isaanitti ulfaata. Mata duree kana keessatti Yihowaan dhuunfaatti akka nu jaallatu mirkanaaʼoo kan taanu maaliif akka taʼe mariʼanna. Akkasumas jaalala nuuf qabaachuu isaa ilaalchisee shakkii qabnu akkamitti moʼuu akka dandeenyu ilaalla.