Miiljalee
c IBSA FAKKII: (gubbaadhaa gara gadiitti): Abbaan manaa fi haati manaa tokko naannoo namoota manatti argachuun ulfaataa taʼetti yommuu lallaban. Abbaan manichaa inni jalqabaa bakka hojii jira, ishiin lammaffaan buufata fayyaa jirti, ishiin sadaffaan immoo gabaa deemteetti. Abbaa manichaa isa jalqabaa guyyaa sana gara boodaa deebiʼanii gaafachuudhaan argatan. Abbaa manichaa ishii lammaffaa buufata fayyaa biratti lallaba addabaabayii irratti utuu hirmaatanii argatan. Ishii sadaffaa immoo bilbilaan argatan.