Miiljalee
a Mata dureen kun Yesuus namoonni barattoota isaa akka taʼan gargaaraa kan ture akkamitti akka taʼee fi nuti fakkeenya isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa. Akkasumas kitaaba haaraa Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamutti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ni mariʼanna. Kitaabni kun namoonni Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisnu guddina godhanii akka cuuphaman gargaaruuf kan qophaaʼe dha.