Miiljalee
a Yeroo tokko tokko kophummaan sitti dhagaʼamaa? Taanaan Yihowaan miira sitti dhagaʼamu akka gaariitti akka beekuu fi si gargaaruuf fedhii akka qabu mirkanaaʼaa taʼi. Mata duree kana keessatti kophummaa sitti dhagaʼamu dandamachuuf maal gochuu akka dandeessu mariʼanna. Obboloota kophummaan itti dhagaʼamu jajjabeessuu kan dandeessu akkamitti akka taʼes ni baranna.