Miiljalee
a Seexanni akkuma adamsituu dandeettii guddaa qabuu ti. Yeroo hammamii iyyuu Yihowaa tajaajilaa yoo turre nu kiyyeessuuf carraaqqii gochuu isaa hin dhiisu. Mata duree kana keessatti Seexanni walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabnu nu jalaa balleessuuf kooraa fi sassatatti akkamitti akka fayyadamu ilaalla. Waaʼee namoota kiyyoo kooraa fi sassataatiin qabanii ni qorra; akkasumas kiyyoo kana irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ni baranna.