Miiljalee
b IBSA JECHAA: Mata dureen kun waaʼee kooraa fi waaʼee sassataa ibsa. Koorri miira namni tokko nama kam biraa irra akka caalu itti dhagaʼamu dha. Sassanni immoo fedhii cimaa namni tokko maallaqa, aangoo ykn wanta kan biraa dabalataan argachuuf qabu dha.