LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Cubbuu waan dhaalleef wanta obboloota keenya miidhu dubbachuu ykn raawwachuu dandeenya. Yeroo akkasiitti maal gochuu qabna? Hariiroo obboloota keenyaa wajjin qabnu haaressuuf ni carraaqnaa? Dafnee dhiifama gaafanna moo, yeroo miidhamanitti kun rakkina keenya utuu hin taʼin rakkina isaanii akka taʼetti yaanna? Dubbii ykn gocha warra kaaniitti yoo mufanne hoo? Kun amaluma keenya akka taʼe dubbachuudhaan jijjiirama gochuuf carraaqqii gochuu dhiisnaa? Moo kun dadhabina keenya akka taʼe yaaduudhaan jijjiirama gochuuf carraaqna?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi