Miiljalee
a Maatiin tokko gammachuu akka qabaatuuf, miseensonni maatichaa hundi wanta isaan irraa eegamu beekuu fi miseensota maatii isaanii deggeruu qabu. Abbaan jaalalaan maaticha geggeessa, haati isa deggerti, ijoolleen immoo warra isaaniitiif ajajamu. Haalli maatii Yihowaas akkasuma. Waaqni keenya nuufis kaayyoo qaba; kaayyoo isaa wajjin wal simnee yoo jiraanne immoo bara baraaf maatii isaa taanee itti fufuu dandeenya.