LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b IBSA FAKKII: Yihowaan ilmaan namootaa kan uume, amalawwan isaa calaqqisiisuu akka dandaʼan godhee ti; hiriyoonni gaaʼelaa tokko walii isaanii fi ijoollee isaaniitti jaalala argisiisuudhaan fakkeenya Waaqayyoo hordofaa jiru. Hiriyoonni gaaʼelaa kun Yihowaa ni jaallatu. Kennaan ijoollee godhachuuf qaban, ijoolleen isaanii Yihowaa akka jaallatanii fi akka isa tajaajilan barsiisuuf carraa isaaniif bana. Warri kun viidiyootti fayyadamuudhaan Yihowaan Yesuusiin aarsaa godhee kan kenne maaliif akka taʼe ijoollee isaaniitiif ibsaa jiru. Jannata gara fuulduraatti dhufu keessatti bara baraaf lafaa fi bineensota akka kunuunsinus isaan barsiisaa jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi