Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun Yihowaan Uumaa akka taʼe ifatti dubbata. Namoonni hedduun garuu kanatti hin amanan. Kanaa mannaa, jireenyi kan argame akkuma tasaa akka taʼe amanu. Amantii Waaqayyoo fi Kitaaba Qulqulluu irratti qabnu jabeeffachuuf, carraaqqii cimaa yoo goone ilaalchi isaanii kun amantii keenya nu jalaa hin laaffisu. Mata dureen kun kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.