Miiljalee
d Obboloonni cuuphaman tajaajilaa gumii fi jaarsa gumii taʼuuf gaʼumsa barbaachisu guutuuf carraaqqii akka godhan jajjabeeffamaniiru. Ulaagaaleen barbaachisan maalfaa akka taʼan beekuuf kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼe (Amaariffa) jedhamu irraa boqonnaa 5ffaa fi 6ffaa ilaali.