Miiljalee
b IBSA FAKKII: Ilaaltuun ol aanaa aanaa tokko waggaa 70 yeroo guutetti, haadha manaa isaa wajjin ramaddiin haaraan isaaniif kenname. Yeroo ammaatti muuxannoo waggoota hedduudhaaf walitti qabatanitti fayyadamanii obboloota gumii itti ramadaman keessa jiran leenjisaa jiru.