Miiljalee
c Kun hubannaa kanaan dura qabnu kan sirreessu dha. Sochoʼuun saboota hundumaa namoota garaa qajeelaa qaban gara Yihowaatti hin harkisu jennee amanna turre. “Gaaffii Dubbistootaa” Masaraa Eegumsaa Caamsaa 15, 2006 (Amaariffa) irratti baʼe ilaali.