Miiljalee
d IBSA FAKKII: Haageen sabni Waaqayyoo mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu irratti hinaaffaa akka qabaatan kakaaseera; sabni Waaqayyoo bara keenya jiranis ergaa Waaqayyoo hinaaffaadhaan labsaniiru. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko waaʼee sochii isa dhumaa lallabaa jiru.