Miiljalee
a Miseensota maatii obbolootaa fi obboleettota jaalala qabeeyyii taʼanii taʼuudhaan mirga adda taʼe arganneerra. Hundi keenya iyyuu jaalala nu gidduu jiru cimsuu barbaanna. Maarree kana gochuu kan dandeenyu akkamitti? Fakkeenya Abbaa keenya isa jaalala qabeessa taʼee, fakkeenya Yesuus, akkasumas fakkeenya obbolootaa fi obboleettota keenyaa hordofuudhaani.