Miiljalee
a Garaadhaa yaada geddarachuun cubbuu raawwannetti akka gaddine dubbachuu caalaa wanta dabalatu qaba. Mata dureen kun garaadhaa yaada geddarachuu jechuun maal jechuu akka taʼe hubachuuf nu gargaara. Mata duree kana keessatti seenaa Ahaab Mootichaa fi Minaasee Mootichaa, akkasumas fakkeenya Yesuus waaʼee ilma badee turee dubbate ilaalla. Kana malees, jaarsoliin babalʼisaan cubbuu cimaa raawwate tokko yaada geddarachuu isaa yeroo gamaaggamanitti wantoota akkamii xiyyeeffannaa keessa galchuu akka qaban ilaalla.