Miiljalee
a Gara laafinni amalawwan Yihowaa nama hawwatan keessaa tokko dha; hundi keenyas amala kana horachuun keenya barbaachisaa dha. Mata duree kana keessatti Yihowaan gara laafina kan argisiisu maaliif akka taʼe, adabni isaa gara laafina isaa argisiisa kan jennu maaliif akka taʼe, akkasumas amala isaa isa nama hawwatu kana argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.