Miiljalee
a Mata duree kana keessatti waaqeffannaa dhugaa wajjin haala wal qabateen fakkeenya Yesuus nuuf kaaʼe ilaalla; barattoonni isaa jaarraa jalqabaa fakkeenya isaa kana kan hordofan akkamitti akka taʼes ni qorra. Kana malees, Dhugaa Baatonni Yihowaa waaqeffannaa dhugaa hordofaa akka jiran ragaan argisiisu maal akka taʼe ilaalla.