Miiljalee
a Murtoowwan goonu tokko tokko yeroo fi humna Yihowaa tajaajiluuf oolchinu irratti dhiibbaa gochuu dandaʼu. Keessumaa namoonni dhiheenyatti gaaʼela godhatan murtoo jireenya isaanii irratti dhiibbaa guddaa gochuu dandaʼu gochuun isaan barbaachisa. Mata dureen kun murtoo ogummaa irratti hundaaʼee fi jireenya gammachuu qabu jiraachuuf isaan dandeessisu gochuuf isaan gargaara.