Miiljalee
a Jaalala amanamaa jechuun maal jechuu dha? Yihowaan jaalala amanamaa kan argisiisu eenyu faʼitti? Namoonni inni jaalala amanamaa itti argisiisu kan fayyadaman akkamitti? Deebii gaaffiiwwan kanaa mata dureewwan jalqabaa lamaan waaʼee amala adda taʼe kanaa ibsan keessatti ilaalla.