Miiljalee
d IBSA FAKKII: Yihowaan namoota isa tajaajilanii fi qophii furichaa irratti amantii qaban karaa adda taʼeen kunuunsa. Tajaajiltoonni Yihowaa jaalala inni ilmaan namootaa hundatti argisiisu qofa utuu hin taʼin, jaalala isaa isa amanamaas ni argatu. Karaawwan jaalala isaa isa amanamaa itti argisiisu muraasni fakkiiwwan geengoo keessa jiran keessatti ibsamaniiru.