LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Yihowaa baayʼee waan jaallannuuf, isa gammachiisuu barbaanna. Yihowaan qulqulluu waan taʼeef, waaqeffattoonni isaas qulqulluu akka taʼan irraa eega. Garuu namoonni mudaa qaban qulqulloota taʼuu dandaʼuu? Eeyyee, ni dandaʼu. Gorsa Pheexiros ergamaan Kiristiyaanotaaf kennee fi qajeelfama Yihowaan Israaʼelota duriitiif kenne gad fageenyaan qoruun keenya wanta hojjennu hundumaatiin qulqulloota taʼuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe hubachuuf nu gargaara.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi