Miiljalee
b Mata duree kanaa fi isa kana duraa keessatti caqasoota waaʼee looguu, nama arrabsuu, dhiiga nyaachuu, gocha hafuurota hamoo raawwachuu, raaguu fi ejja raawwachuu dubbatan irratti ibsi hin kennamne.—Lew. 19:15, 16, 26-29, 31.—“Gaaffii Dubbistootaa” maxxansa kana keessatti argamu ilaali.