Miiljalee
a Yesuus yommuu hoolonni isaa sagalee isaa akka dhagaʼan dubbate barattoonni isaa barumsa isaa dhagaʼanii jireenya isaanii keessatti akka hojii irra oolchan dubbachuu isaa ture. Mata duree kana keessatti barumsawwan Yesuus barsiise lama irratti xiyyeeffanna; isaanis, waaʼee wantoota jireenyaaf nu barbaachisanii yaaddaʼuu dhiisuu fi namatti murteessuu dhiisuu dha. Gorsa isaa hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ni mariʼanna.