Miiljalee
b IBSA FAKKII: Obboleessi hojii isaa dhabe tokko qarshii gaʼaa maatii isaa kunuunsuuf isa barbaachisu hin qabu, manni jireenyaas isa barbaachisa. Yoo of eeggachuu baate garmalee dhiphachuu isaatiin kan kaʼe waaqeffannaa isaatiif dursa kennuu dhiisuu dandaʼa.