Miiljalee
a Mata dureen kun amantii Yihowaa fi warra inni muude irratti qabnu cimsachuun barbaachisaa taʼuu isaa hubachuuf nu gargaara. Kana gochuun keenya yeroo ammaatti kan nu fayyaduu fi rakkoowwan gara fuulduraatti nu mudataniif kan nu qopheessu akkamitti akka taʼes ni ilaalla.