Miiljalee
a Sabni Yihowaa gorsa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe dhagaʼuun faayidaa akka qabu beeku. Haa taʼu malee, gorsa fudhachuun yeroo hunda salphaa miti. Akkas kan jennu maaliifi? Gorsa nuuf kennamu irraa faayidaa argachuuf hoo maaltu nu gargaara?