Miiljalee
a Gorsa kennuun yeroo hunda salphaa miti. Yeroo nama tokkoof gorsa kennuun nu barbaachisutti karaa isa fayyaduu fi isa jajjabeessuun kennuu kan dandeenyu akkamitti? Mata dureen kun keessumaa jaarsoliin gorsa namoota hojiidhaaf kakaasu kennuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa.