Miiljalee
a Yesuus yeroo hunda fedhii ofii isaa caalaa kan warra kaaniitiif dursa kenna ture. Mata duree kana keessatti karaawwan fakkeenya isaa hordofuu itti dandeenyu tokko tokko ilaalla. Kana malees, fedhii ofii aarsaa gochuudhaan fakkeenya Yesuus hordofuun eebba bara baraa kan nuuf argamsiisu akkamitti akka taʼe ilaalla.